Proverbs 10:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami woi beekhu dubbi qajeeltu dubbata, ammo daalleeni d'aanicha malte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogummaan afaan nama waa hubatuu keessatti argamti; uleen garuu dudda nama madaalliin isaa dhidhu'uutiif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarummaan afaan qaroole'ee irra jirti; adabbiin ammoo dudda gowwoole'ee irra jirti.