Proverbs 10:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jechi nama d'ugaa qarsi fakaata, ammo heregi nama hamaa woma keesa injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afaan balcha'aa akka meettii baffameeti; yaanni nama hama'aa garuu gatii hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin nama balcha'aa akka meetii qullu'uu ti; yaadi nama hama'aa ammoo gatii hin qabu.