Proverbs 10:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami qajeelani waan fed'u argata, ammo ch'ubbicha waan inni guddo sodaatuti iti d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama hamaa waan sodaatetu irra gaya; balchaa waan inni hawwetu raawwatamaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama hamaa waan inni guddoo sodaatutti itti dhufa; nama balchaa ammoo waan inni guddoo halchutti isaaf kennama.