Proverbs 10:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bubbeeni jabduuni ch'ubbicha fuute badiini, ammo nami d'ugaa haga jiru jireenna inchochou.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo haboonbolattiin ka'u hammeeyyiin haxaayamanii fudhataman; balchoonni garuu bara baraan jabaatanii jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hobonbolattiin yennaa kaatu, worra hamaa haxoottee dabarti; worri balchaan ammoo haga bara baraa jabaatee dhaabbata.