Proverbs 10:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti nami d'ugaa d'aabatu gammadaani d'ufti, ammo ch'ubbichi woma inheregatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abdiin balchootaa gammachu'u; abdiin hammeeyyi'ii garuu duwwaa ta'ee hafa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addiin worra balcha'aa gammada; addiin worra hama'aa bu'aa hin qaddu.