Proverbs 10:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi nama d'uga gula deemu beelau d'owa ammo ch'ubbicha waan inni d'araufi ch'ufa ind'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi balchaa akka beelayu hin taasisu; hawwii hammeeyyi'ii garuu hin gachisiisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worri balchaan akka beelotanu hin godhu; worra hamaa ammoo waan halchane akka isaan hin dhagganne hin godha.