Proverbs 10:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami herega qabu, yo mid'aani bilchaatani mure galcha, ammo nami muyooni herega inqamne, yo mid'aani murani rafe gurra ufi balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harki bonaan midhaan wolitti qabatu ka ilma ogeessaati; ka hennaa midhaan galfatan ciisu garuu salphinnatu faana deema.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri yenna'aan midhaan galfatu qaro'o; worri yennaa midhaan galfatiisaa rafu ammoo hin salphata.