Proverbs 10:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dansaani eeba argata, ammo nami hamaani dubbi afaani isa keesaa baatuni hameenna garaa ufi d'ofata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eebbi mataa balchootaa irra; balaan garuu afaan hammeeyyi'ii cufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eebbi mataa balchootaa irra jira; worri hunnaan nama irratti ka'u dubbii dansa'aan hunnaan nama irratti ka'iisa ifii gollatan.