Proverbs 10:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaabachani nama d'uga qaabatani eeba namaa taati, ammo ch'ubbicha maqaani isaa yoosu lafa iraa bada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaadannoon balchootaa eebba; maqaan worra hammeeyyi'ii garuu akkuma badetti hafa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaadannoon nama balcha'aa eebbaaf hin teeti; maqaan nama hama'aa ammoo hin dedhama.