Proverbs 11:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi woma inhoratu, ammo nami qajeeluma gula deemu waan dansa argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama hamaa hujiin isaa bu'aa hin qabu; ka balchummaa facaasu garuu gatii amansiisaa argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan bu'aa isa sobu dhaggata; nami balchumma'aan huju ammoo gatii addachiittuu dhaggata.