Proverbs 11:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi nama herega hama qabu jibbe, ammo nama waan dansa gula deemu injaalata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra onnee micciirama'aa hin jibba; namoota karaa ufiititti mudaa hin qabnetti garuu hin gammada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra yaada micciirama'aa jibba; worra komii hin qannetti ammoo hin gammada.