Proverbs 11:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana hubad'a, ch'ubbichi gaargala inuma argata, ammo nami d'ugaa gaargala duraa baha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hamaan uduu hin adabamne akka hin hafne beeki; balchoonni garuu nagayaan jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugumaan nami hamaan adoo hin adabamin hin hafu; worri balchaan ammoo adabbii jalaa hin baya.