Proverbs 11:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti nami dansaani fed'u dansuma taati; yo nami hamaani waan fed'u argate nami ch'ufti indallana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hawwiin worra balcha'aa hennaa maraa dhumti isaa bareeda'a; abdiin hammeeyyi'ii garuu lolaan dhumata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halchaan nama balcha'aa waan dansaa qofaan muummotti; halchaan nama hama'aa ammoo mufi'iin muummotti.