Proverbs 11:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama mid'aani d'osse gati guddooni eegatu inabaarani, ammo ka gurguru infaarsani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii dhossa'atti midhaan kuusu hin abaara; ka baasee gurguru garuu eebba argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama midhaan kuufatee tursu kolbaan hin abaarti; nami midhaan baasee gurguratu ammoo eebba dhaggata.