Proverbs 11:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan dansa barbaadu gurra dansa argata, ammo nami waan hamtu barbaadu woma suni argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka waan mishaa jabaatee barbaadu waan misha'atu isa eeggata; ka waan hamaa barbaadu garuu hama'atu isa argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami waan dansaa jabaatee barbaadu, waan dansaa dhaggata; nami waan hantuu barbaadu ammoo waan hantuu dhaggatta.