Proverbs 11:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama ch'ubbu inqamne d'ugaani bulti isaa mid'aasiti, ammo ch'ubbichi hameennuma ufitini bada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoota mudaa hin qabne balchummaan isaanii karaa isaanii qajeelchiti; hammeeyyiin garuu hammeenna ufiitiin kufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra komii hin qanne balachummaan karaa isaanii qajeelchiti; worri hamaan ammoo hammeennuma ifiitiin jiga.