Proverbs 11:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama d'ugaa qajeeluma isaati baasa, ammo nami nami ind'ugeefanne dubbuma ufitini d'ibama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qajeellota balchummaa isaaniititu isaan oolcha; worri sobu garuu hawwuu hammeenna ufiitiin badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama qajeelaa balchumma'atti isa baasa; worri hin addatanne ammoo halchuma ifii hantu'uun qabaman.