Proverbs 11:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja ch'ubbichi duu, d'aabuuni isaleeni isuma woliini dooti, wonti inni heregate ya muumme baate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hamaan yoo du'u abdiin isaa duwwaa taati; ka hunna isaa hedatu maruu akka hin jirree ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan yennaa du'u, addiin isaalle hin baddi; durummaan inni addatu womaa isaaf hin baatu.