Proverbs 11:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama qajeela gaargala keesaa baasani, ammo ch'ubbicha gaargala suniti qabata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balchaan rakkoo jalaa oola; rakkoon caala'atti hamaa irra gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami balchaan rakkoo jalaa hin baya; nami hamaan ammoo addee isaa rakkinnatti hin gala.