Proverbs 12:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dansaani hori ufi qorqorata, ammo hamaani dabse balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni balchaan hori'ii garaa laafa; hammeeyyiin garaa laafan uduu jedhamelle'ee naannayee hujiin isaanii garuu garjabeenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami balchaan horii ifiitiif hin marara; nami hamaan ammoo yennaa mara gadhaa jabaata.