Proverbs 12:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami oobru qotatu sagale ind'abu, ammo nami waan woma keesa injirre gula deemu woma imbaratu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni lafa ufii qotu nyaata irraa hafaa argata; namni abdii duwwaa ari'u garuu waa wol bira qabu'utu hanqataan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami jabaatee lafa qotu sagalee bacaa hin qabaata; ka waan bu'aa hin qanne ari'u ammoo gowwa'a.