Proverbs 12:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi afaanuma ufitini t'urura seena, ammo nami d'ugaa afaanuma ufitini waan hamtu keesaa ufi baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni hamaan jechuma hamaa ufiitiin qabama; namni balchaan garuu rakkoo jalaa baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hamaan jechuma hamaa ifiitiin qabama; nami balchaan ammoo rakkinna jalaa hin baya.