Proverbs 12:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami woma jed'ufi woma tolchu gula waan maleefi argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni sababaa afaan ufiitiif waan misha'aan guuttama; akkuma hujii harka ufiitiin gatii ta'uuf argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami waan afaan isaa keessaa bayuun waan dansaa quufa; akkuma hujii harka ifiititti gatii isaaf malte fudhata.