Proverbs 12:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini herega male dubbatani akuma woraana nama woraanti, dubbini heregaani dubbatani nama fayyifti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin akka malee dubbatamu akka guraade'ee nama woraana; arrabni ogeessaa garuu hin fayyisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin gar-maleen akka shallaaga'aa nama woraanti; arrabi nama qaro'oo ammoo nama fayyisa.