Proverbs 12:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'arti yoosu dabarti, ammo d'ugaani haguma jirtu indabartu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Arranbi dhugaa dubbatu baraa haga bara baraa jiraata; arrabni sobaa garuu hennamaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Afaan dhuga'aa haga bara baraa jiraata; arrabi sobaa ammoo yennaa diqqoo qofa jiraata.