Proverbs 12:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hameenna malatu herega namaani sobu garaa keesaa qaba, ammo ka waan dansa malatu gammada argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaa namoota dhara dhayuu keessa sobatu jira; worri nagaya adeemsisan garuu gammachuu qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gadhaa worra waan hantuu maluu keessa sobatti jira; worri waan nageyaa namatti gorsu ammoo hin gammada.