Proverbs 12:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti hamtuni nama d'ugaa inqabatu, ammo ch'ubbichi gaargala male waan d'ibi inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balchoota miidhaan isaan hin argatu; hammeeyyiin garuu worra rakko'oon guuttame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama balchaa rakkinni itti hin dhufu; nama hamaa ammoo rakkinni itti bacata.