Proverbs 12:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi kiyyiba jibba, ammo nama dubbi ufi guutu iraa gammada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi arraba sobaa hin jibba; namoota dhuga'aatitti garuu hin gammada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa afaan dhara dubbatu jibba; namoota dhugaammeyyi'itti ammoo hin gammada.