Proverbs 12:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'ugaa jaala ufi qajeelcha, ammo karaani ch'ubbicha worra balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni balchaan jaalalloo ufiitii gorsa mishaa kenna; karaan hammeeyyi'ii garuu gara dogoggoraa isaan qajeelcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami balchaan karaa namaaf akeeka; nami hamaan ammoo karaa irraa nama qaba.