Proverbs 12:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami woma inguunne waan barbaadu inargatu, ammo nami jabaate hojatu woi horata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni amshaaggaan kama dhadhoolee fidee woddee in nyaatu; ka jabaatee hojjatu garuu qabeenni isaa gatii guddaa qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami boosenni foon adamo'oon fideeyyuu hin bilcheeffatu; nami jabaatee huju ammoo waan gatii qabu hin dhaggata.