Proverbs 12:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Heregi nama d'ugaa kama d'ugaati, ammo heregi ch'ubbicha waan d'araati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaanni balchootaa qajeela'a; gorsi hammeeyyi'ii garuu dhara uf keessaa qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaadi worra balcha'aa yaada haqaa ti; gorsi worra hama'aa ammoo nama soba.