Proverbs 12:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini ch'ubbicha waan nama ijeesati, ammo dubbini d'ugaa lubbu namaa baafti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jechi hammeeyyi'ii dhiiga dhangalaasisiisa; dubbiin balchootaa garuu isaan oolcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jechi nama hama'aa dhiiga dhangalaasiisa; jechi nama balcha'aa ammoo dhiiga dhangalaasiisa jalaa baasa.