Proverbs 12:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi indua, daarale inhoratu, ammo nama d'ugaa worri isaa haguma jiru ch'ufa injira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hammeeyyiin gara galan; sirimaa badan; manni balchootaa garuu jabaatee dhaabata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti hamaaleyyiin hin badan; deebi'aneelle hin dhaggamanu. Maatiin worra balcha'aa ammoo jabaattee dhaabbatti.