Proverbs 12:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama nama gudda ufi sehu, ka ammo garaacha imbulle, ira, nama guddinna inqamne ka harka ufitini hojate buluuti gooma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama waan nyaatu hin qabne ka uf jaju irra; nama gad uf qabee hojjata'aa nyaata argatu woyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama sagalee nyaatu adoo hin qabaatin, nama guddaa ifi fakkeessuu mannaa, nama ifi gad qabee hojjataa te'ee le'u woyya.