Proverbs 13:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami erga inguunne, yo ergatani d'ibaani namati d'ufa, ammo nami erga guutu wold'aqisani d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ergamaan hamaan rakkoo keessa seena; ergamaan amanamaan garuu fayyinna fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan hamaan rakkoo keessa gala; ergamaan addatamaan ammoo nageya buusa.