Proverbs 13:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan barbaadani argachani akami dansa, ammo daalle ch'ubbu ira deebiitini guddo iti jabaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hawwiin yoo raawwatamte lubbuu gammachiifti; gowwoonni garuu hammeenna irraa fagaachuu tuffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halchaan muummottu namatti mi'ootti; gowwooleen ammoo waan hantuu irraa deebi'iisa jibban.