Proverbs 13:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'ugaa jecha ufitini waan dansa argata, ammo d'artichi lola barbaada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni daraaraa afaan ufiitiin waan mishaa argatan; worri sobu garuu diddaa hawwan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami waan dansaa afaan isaa keessaa bayu irraa, waan dansaa dhaggata; worri hin addatanne ammoo hunnaan nama irratti ka'iisaaf halchan.