Proverbs 13:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oobru qoti inqamne, ta sila hiyyeesi qotate sagale iraa argatu, ch'ubbichi dabse qotachu d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maasaan hiyyeeyyi'ii callaa irraa hafaa argamsiisa; dabdi haqaa garuu wolitti haxaayee fudhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fichaan nama hiyyeessaa midhaan bacaa kennuu dande'a; haqa dhabiisi ammoo haxowee duraa balleessa.