Proverbs 13:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'ugaa waan nyaate d'ugu ind'abu, ammo ch'ubbichi waan nyaate d'ugu inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balchaan haga quufutti nyaata; garaan hammeeyyi'ii garuu akkuma beelayetti jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami balchaan haga quufutti nyaata; nami hamaan yennaa mara beelota.