Proverbs 13:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami woma inguunne, ato haga fed'u waan horatu barbaadele iti imbahu, ammo nami jabaate hojatu waan fed'u ch'ufa inargata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni amshaaggu jabeessee hawwa; womaa hin argatu; worri jabaatanii hojjatan garuu dheebuu bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami boosenni hin halcha malee womaa hin dhaggatu; nami jabaatee huju ammoo waan halche hin dhaggata.