Proverbs 13:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'ugaa aka ifsaa ifsa, ammo ch'ubbichi aka ifse lilipise d'aama.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ifti balchootaa guddisee ifa; ifti hammeeyyi'ii garuu hin dhaama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ifi worra balcha'aa yennaa mara ifa; issaan nama hama'aa ammoo hin dhaama.