Proverbs 14:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbumati garaa hameennaafi gammada ufile beekha, nami d'ibiini dandae waan isaa keesa imbeekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaan maruu gadda hadhaayaa ufii hin beeka; eennullee ka gammachuu isaa irraa qoodamu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami martinuu gammadaa fi gadda hadhowaa ifii hin beeka; ka isa woliin qoodamu hin jiru.