Proverbs 14:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato mani nama d'ugaa oleju ka ch'ubbicha jiga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manni hammeeyyi'ii hin diiggama; daaseen qajeellotaa garuu hin babadhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Manni worra hama'aa hin jiga; qe'een worra qajeela'aa ammoo hin badhatti.