Proverbs 14:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Karaani atini qajeelumani seetu duani si d'aqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Karaan namaaf qajeelaa fakkaatu hin jira; dhumti garuu gara du'aa geessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karaan sirrii namatti fakkaatu jira; muummeen isaa ammoo gara du'aa geessa.