Proverbs 14:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami qarooni ufi qorqorate waan hamtu keesa buu dida, ammo daalleeni woma iyyaale arifate wo tolchiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni ogeessi uf eeggata; hammeenna irraallee hin fagaata; gowwaan garuu jarjara'aa fi ka hajaa hin qabne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami qaroon waan hantuu sodaatee irraa hin deebi'a; nami gowwaan ammoo ifi hin eegatu; hin ariifatalle'e.