Proverbs 14:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami beekha inqamne waan daalluma isaati male argata, ammo nami beekhani, beekhuma ufi gula hubacha darata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri bilchinna hin qabne gowwummaa dhaalan; worri hubatu garuu beekkumsa akka gullo'ootitti godhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami hin bilchaatin gowwummaa dhaala; nami qalbeeffataan beekkumsa akka kallachaa keyata.