Proverbs 14:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama waan dansa hojatu biyyiti jaalate saalfatifi, ammo nami waan hamtu tolchu wollaala tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri waan hamaa karoorsan worra karaa kolbaa irraa bayanii mii? worri waan mishaa karoorfatan garuu jaalalaa fi amanamummaa bu'aa buufatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri mala hamaa dhowu karaa irraa goranii motii ree? Worri mala dansaa dhowu ammoo hin jaalataman; hin addatamanille'e.