Proverbs 14:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'ugaa yaamatani, yo d'uga dubbate lubbu nama baasa, ammo yo inni d'ara dubbate nama balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ragaan dhuga'aa lubbuu oolcha; ragaan sobaa garuu dharuma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugaa bayaan dhugaammessi jiruu fayyisa; dhugaa bayaan dharaamessi ammoo hin soba.