Proverbs 14:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami herega dansa qabu nafale fayya qaba, ammo d'iibiini akuma d'ukuba nama nyaatte nama fit'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaan nagaya qabu nafaa jireenna kenna; hinaaffaan garuu lafee xiinxaneessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaadi nageyaa jiruu nafaaf kenna; hinaaffaan ammoo lafee tortorsa.