Proverbs 14:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama wo beekhu herega isaa ch'ufa qaroomati keesa jira; ammo daalleeni waan qarooma tokole imbeetu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogummaan garaa namoota waa hubatanii keessa bulti; worra gowwaa jiddu'utti uf mudhifti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarummaan gadhaa worra woy hubatuu keessa leeti; isiin gadhaa gowwootaa keessatti ammoo hin beekkantu.